Chaayinaan murtii du'aa ministiroota ittisaa biyyattii addaan kutte

By Oromkiya Ahmed
8th May, 2026

‎Ministiroonni Ittisaa Chaayinaa lama murtiin du'aa itti muramee ture murtichi haqamuu miidiyaan mootummaa Chaayinaa gabaase.


‎Aangawoonni kuni malammaaltummaan walqabatee himatamanii turan.


‎Murteen Weyi Fengeefi li Shaangifu irratti murtaa'e murtee waggaa lamaaf turudha.


‎Kana jechuun waggaa lama booda hidhaa isaanii osoo hin xiqqaatiin umrii guutuutti jijjiirama jechuudha, akka Shinuwaan gabaasetti.


‎Aangawoonni lamaan malaammaltummaan yakkamaa ta'aniiru. Qabeenyi isaanii hundis saamameera.


‎Murteen aangawoota kanarratti darbe qondaalonni waraanaa olaanoo biyyattii sababa qabsoo malaammaltummaarratti adeemaa jiruun aangoorraa erga kaafaman booda mudate.

Tags:

This site was designed with Websites.co.in - Website Builder

IMPORTANT NOTICE
DISCLAIMER

This website was created by a user of Websites.co.in, a free instant website builder. Websites.co.in does NOT endorse, verify, or guarantee the accuracy, safety, or legality of this site's content, products, or services. Always exercise caution do not share sensitive data or make payments without independent verification. Report suspicious activity by clicking the report abuse below.

WhatsApp Google Map

Safety and Abuse Reporting

Thanks for being awesome!

We appreciate you contacting us. Our support will get back in touch with you soon!

Have a great day!

Are you sure you want to report abuse against this website?

Please note that your query will be processed only if we find it relevant. Rest all requests will be ignored. If you need help with the website, please login to your dashboard and connect to support