Pirezidantiin Chaayinaa US waliin 'walitti bu'iinsa' seenuu akka malan akeekkachiisan

By Oromkiya Ahmed
15th May, 2026

‎Pirezidantiin Chaayinaa Shi Jinping dhimma Taayiwaan irratti US waliin ''walitti bu'iinsi'' akka hin dhalanne akeekkachiisan.


‎Miidiyaan mootummaa Chaayinaa akka gabaasetti, Shi Jinping dhimmi kuni ''hariiroo Chaayinaa-US gidduutti waan guddaadha.''


‎Shiin ''Yoo sirriitti qabame hariiroon waloo ni tasgabbaa'a. Yoo sirriitti qabamuu baate biyyoonni lamaan walitti bu'u, wal waraanus malu,'' jechuu isaanii miidiyaan mootummaa Chaayinaa gabaaseera.


‎Dabaluunis, walabummaan Taayiwaan Ulaa Taayiwaan waliin ''bu'uurarraa wal hin simu,'' jedhan.


‎Ulaa Taayiwaan keessatti nagaa qabaachuun immoo hariiroo US fi Chaayinaa gidduutti bu'uura ta'uu dubbatan.


‎Hubachuuf: Taayiwaan odola ofiin of bulchitudha. Chaayinaan garuu qaama kiyya, humaamnis nan deeffadha jetti.

Tags:

This site was designed with Websites.co.in - Website Builder

IMPORTANT NOTICE
DISCLAIMER

This website was created by a user of Websites.co.in, a free instant website builder. Websites.co.in does NOT endorse, verify, or guarantee the accuracy, safety, or legality of this site's content, products, or services. Always exercise caution do not share sensitive data or make payments without independent verification. Report suspicious activity by clicking the report abuse below.

WhatsApp Google Map

Safety and Abuse Reporting

Thanks for being awesome!

We appreciate you contacting us. Our support will get back in touch with you soon!

Have a great day!

Are you sure you want to report abuse against this website?

Please note that your query will be processed only if we find it relevant. Rest all requests will be ignored. If you need help with the website, please login to your dashboard and connect to support