'The Beast' waa'ee konkolaataa Tiraamp ittiin imaluu maal beekna?

By Oromkiya Ahmed
15th May, 2026

‎Pirezidantichi tokkicha lafarra geenyaan, konkolaattoota qananii fi eegumsii nageenyaasaanii mirkanaa'e Kaadiilaad Waani (Cadillac One)tu isaan eega.


‎Konkolaataan ajaja addaatiin hojjate 'Z Biisti' moggaasa jedhuun beekama.


‎Konkolaattoonni kunneenis sababii malee moggaasa kana hin arganne. Meeshaan ofirraa qabantu akkas akka jedhaman taasise.


‎Pirezidantichi gosa konkolaataa qananii kanaa keessaa tokkoon yoo imalan, kaan ammoo akka konkolaataan pirezidantichi keessa jiran adda hin baafamneef marsanii waliin adeemu.


‎Konkolaattoonni lamaanu lakkoofsi gabatee isaanii ammoo Washington DC - 800-002 - kan jedhu fayyadamu.


‎Tajaajilli Iccitii fi oomishaan konkolaataa kanneenii, Jeneraal Mootars, waa'ee kokolaattoota kanneen irratti eenyumaafuu odeeffannoo hin kennan.


‎Haata'u malee waa'ee amaloota nageenya konkolaattoota kanneenii tokko tokko ni beekamaa.

Tags:

This site was designed with Websites.co.in - Website Builder

IMPORTANT NOTICE
DISCLAIMER

This website was created by a user of Websites.co.in, a free instant website builder. Websites.co.in does NOT endorse, verify, or guarantee the accuracy, safety, or legality of this site's content, products, or services. Always exercise caution do not share sensitive data or make payments without independent verification. Report suspicious activity by clicking the report abuse below.

WhatsApp Google Map

Safety and Abuse Reporting

Thanks for being awesome!

We appreciate you contacting us. Our support will get back in touch with you soon!

Have a great day!

Are you sure you want to report abuse against this website?

Please note that your query will be processed only if we find it relevant. Rest all requests will be ignored. If you need help with the website, please login to your dashboard and connect to support