#iran_News

By Oromkiya Ahmed
28th April, 2026

Manni murtii olaanaa Iraan nama mormituu hidhame irratti murtii du’aa fi intala isaa irratti hidhaa waggaa 25 akka murteesse maddeen dhimmicha beekan Iraan Intarnaashinaalitti himaniiru.

 Mormii baatii Guraandhalaa magaalaa Malaarditti geggeeffameen kan qabame Mohammad Abbaasi murtii du'aa kan itti murtaa'e yoo ta'u, intalli isaa Fatemeh Abbaasi ammoo hidhaa waggaa 25 argatteetti.  Lamaan isaanii yeroo ammaa mana hidhaa Qezel Hesar Karaaj fi mana hidhaa Evin Tehran keessatti hidhamanii jiru.

 Maddeen akka Iraan Intarnaashinaalitti akka himanitti, hidhamtoonni lamaan yeroo gaaffii fi deebii taasifamanitti dhiibbaa fi dararaa cimaan irra gaheera.  Akkasumas, gaaffii fi deebii, himannaa, dhaddacha, fi gamaaggama Mana Murtii Olaanaa dabalatee sadarkaa adeemsa abbaa seerummaa hunda irratti bakka bu’ummaa seeraa akka hin arganne dhorkamaniiru.

Tags:

This site was designed with Websites.co.in - Website Builder

IMPORTANT NOTICE
DISCLAIMER

This website was created by a user of Websites.co.in, a free instant website builder. Websites.co.in does NOT endorse, verify, or guarantee the accuracy, safety, or legality of this site's content, products, or services. Always exercise caution do not share sensitive data or make payments without independent verification. Report suspicious activity by clicking the report abuse below.

WhatsApp Google Map

Safety and Abuse Reporting

Thanks for being awesome!

We appreciate you contacting us. Our support will get back in touch with you soon!

Have a great day!

Are you sure you want to report abuse against this website?

Please note that your query will be processed only if we find it relevant. Rest all requests will be ignored. If you need help with the website, please login to your dashboard and connect to support